Aartii ijoollummaa isaa irraa jaalata. Dandeettiidhaanis hin komatamu. Aartii umamaan qabu barnootaan gabbiifatee, walleewwan Afaan Oromoo fi Afaan Amaaraa hanga jahaatamaa ta'an qajeelcheera.
Bu'aa qorumsa biyyaalessaa kutaa 12 rifaasisaa baroota walitti aanan lamaaf galmaa'e hordofee koreen dhaabbii Paarlaaamaa Itoophiyaa Ministeerri Barnootaa gaafatamummaa akka fudhatu, qorannoon ...